Oduu fi seenaawwan ardii Afriikaa guutuu irraa.
Odeeffannoo haaraaf deebi'ii ilaali.
Mata-dureewwan Itoophiyaa fi Gaanfa Afrikaa dhaabbilee oduu biroo irraa
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2019 (FMC) – Karoorri Of dandahuu, ajandaa misoomaa guddicha hiyyummaafi duubatti hafummaa seenaa taasisuuf hojjetamaa jiruudha jedhan Bulchiin Godina Lixa Oromiyaa Obbo Masfiin Malaakuun. Karoorri Of-Danda’uu fedhii fi gaaffii uummataa deebisuun fayyadamummaa isaanii…
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2019 (FMC) – Gareen Seeraan Alaa ABUT torbee lama keessatti Itiyoophiyaan awwaala jedhee ka’us torbee lama keessatti akka hin kaanetti awwaalameera jedhan Itaamaajoor Shuumiin waliigalaa Humna Waraanaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan. Guyyaan Raayyaa Ittisaa 119ffaan…
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2019 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi sagantaa torbee 8ffaa galgala kana taphatameen Boornimaawuuz Maanchiister Yuunaayitiid injifateera. Boornimaawuuz galchii 3 fi 0’n Maanchiisteer injifateera. Maanchiister Yuunaayitiid taphoota bara kana taphate 8 keessaa…
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2019 (FMC) – Milkaa’ina karoora of-danda’uutiif abbaan uummata bal’aadha jedhan Bulchaa Godina Giddu Galeessaa Oromiyaa Dooktar Mangistuu Baqqalaan. Karoorri of danda’uu fedhiifi gaaffii uummataa kan deebisu akkasumas, fayyadamummaa uummataa sadarkaa olaanaan kan…