Oduu daldalaa, xiinxala gabaa fi hubannoo diinagdee.
Odeeffannoo haaraaf deebi'ii ilaali.
Mata-dureewwan Itoophiyaa fi Gaanfa Afrikaa dhaabbilee oduu biroo irraa
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2019 (FMC) – Karoora of-danda’uu haqaan milkeessuuf miira yeroo hin qabneen hojjechuu kan gaafatuudha jedhan Bulchaan Godina Kibba Lixa Oromiyaa Dooktar Rashaad Kamaal. Yaadama haaraa tarsiimoo ce’uumsa diinagdee, hawaasummaa fi siyaasaa milkeessuuf karoora of-danda’uu…
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2019 (FMC) –Yaadamni karoora of danda’uu birmadummaa biyyaa gama hundaan milkeessuun badhaadhina waloo dhugoomsuuf hojjechuudha jedhan Sadarkaa Itti Aanaa Pireezidaantiitti Bulchaan Godina Kibba Baha Oromiyaa Obbo Ahimad Idriis. Waggoota jijjiiramaa keessatti…
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2019 (FMC) – Daandeettii, baajataa fi ogeessa keenyaan hojjechuu akka daneenyu agarsiifnerra jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebeen. Piroojektiin misooma qarqara Laga fi deebisanii misoomsuu Enxooxxoo -Piikook – Qaccanee – Baambiis – Giyoon hanga Daandii…
Africa's richest man nearly walked away from $327 million Kenya pipeline deal Billionaires.Africa
Elon Musk said in an X post that SpaceX has closed $40 billion in debt financing to purchase GPUs.
The economic is positive now but come January things could become trickier for the Labour government
Somalia highlights climate finance, debt sustainability and private investment after IMF-World Bank Meetings Tech Review Africa
سعر الذهب اليوم في السودان وعيار 21 الآن ببداية تعاملات الإثنين 26 أكتوبر 2026 شبكة تواصل الإخبارية
The world's pension systems are confronting a demographic crisis as longer lifespans and dwindling birth rates threaten to stretch retirement finances.