Mata-dureewwan haaraa Itoophiyaa fi Gaanfa Afrikaa irratti dhaabbilee oduu biroo irraa. Oduun hundi marsariitii maxxansaa jalqabaa irratti bana.
Afaanota hunda agarsiisiMata-dureewwanii fi ciziinsi gaggabaaboon gara maxxansitoota jalqabaatti geessu. AddisGazette qabiyyee alaa kana hin qopheessu, hin gulaalu.
Finfinnee, Onkoloolessa 24, 2019(FMC) – Tapha torbee afraffaa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan istaadiyeemii Old Trafford irratti kilaba Xaaliyaanii Roomaa lan keessummeesse Maanchister Yuunaayitid durfamuu irraa ka’ee 3–2 injifateera. Maanchister Yuunaayitid taphoota Shaampiyoonsi Liigii afur…
Finfinnee, Onkoloolessa 24, 2019 (FMC) – Ciminniifi fayyummaan dinagdee biyya tokkoo kan madaalamu milkaa’ina dameewwan oomishaa, bu’a qabeessummaa tajaajilaa, cimina dhaabbilee faayinaansii akkasumas dhiibbaa jireenyaa lammiilee irra ga’u salphisuun badhaadhina itti fufiinsa qabuuf bu’uura cimaa…
Finfinnee, Onkoloolessa 24, 2019 (FMC) – Seenaa irraa barachuun injifannoo fi milkaa’ina qofa osoo hin taane, kufaatii, gantummaa fi qormaata gurguddaa irraa barachuus dabalata. Taateewwan tokko tokko seenaa keessatti guyyaa injifannoo ta’anii galmaa’u; kanneen biroon garuu madaa hin dagatamne…
Finfinnee, Onkoloolessa 24, 2019 (FMC) – Ijaarsi bakkeewwan shaakalaa ispoortii qindaa’oo Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jiruu ispoortii Itiyoophiyaa sadarkaa olaanaatti ceesisaa jira jedhan hoggantoonni damee ispoortii. Pirezidaantiin Federeeshinii Atileetiksii Itiyoophiyaa Komaandar Atileet…
Finfinnee, Onkoloolessa 24, 2019 (FMC) – Itiyoophiyaafi Chaayinaan tumsa loltummaa fi tarsiimawaa yeroo dheeraa qaban caalaatti cimsuuf xiyyeeffannoon akka hojjetan mirkaneessaniiru. Ministirri Ittisaa Obbo Mahaammad Idiriis har’a Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara ChaayinaaCheen Haayi waajjira…
Finfinnee, Onkoloolessa 24, 2019 (FMC) – Magaalaan Harar miseensa Gamtaa Turizimii Idil Addunyaa “Silk Road” ta’uun makamteetti. Konfiransii Waggaa 2026 Dhaabbilee Imalaafi Turizimii Magaalota Gamtaa “Silk Road”, magaalaa Luyaangi, Chaayinaatti, gaggeeffame irratti, Magaalaan Harar miseensa gamtaa…
Finfinnee, Onkoloolessa 24, 2019 (FMC) – Guyyoonni tokko tokko lakkoofsa kalaandarii irratti barreeffaman qofa miti. Madaadha; madaa waggaa waggaadhaan yaadatamuufi matumaa hin dagatamne. Onkoloolessi 24 guyyaa akkasii keessaa isa tokko. Halkan sana Raayyaan Ittisa Biyyaa Ajaja Kaabaa, daangaa…
Finfinnee, Onkoloolessa 24, 2019 (FMC) — Onkoloolessi 24 guyyaa gootota aarsaa kaffalan itti yaadatan, gochi gantummaa irra deebi’ee biyya irratti akka hin raawwatamne dammaqinaan itti eegan fi waadaa birmadummaa biyyaa kabachiisuuf galame itti haaromsaniidha. Onkoloolessa 24, 2013 haleellaan…
Finfinnee, Onkoloolessa 24, 2019 (FMC) — Karoora Mootummaa Ida’amuu bu’a qabeessa taasisuuf Chaayinaan deeggarsa waliigalaa taasiftu cimsitee itti fufti jedhan Itiyoophiyaatti Ambaasaaddarri Chaayinaa Cheen Haayi. Ministirri Dhimma Alaa Dooktar Gidiyoon Ximootewoos Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara…
Finfinnee, Onkoloolessa 24, 2019 (FMC) – Mootummaan Ida’amuu qabeenya uumamaa biyya keessaa gara faayidaa ummataa qabatamaatti jijjiiruun hirkattummaa boba’aa biyya alaa hir’isuu fi misooma magaalaa ammayyaa cimsuuf hojjechaa jira. Hojiirra oolmaa mul’ata kanaaf agrsiistuu kan ta’an awutoobisoonni…
Finfinnee, Onkoloolessa 24, 2019 (FMC) – Xiyyaaronni waraanaa ammayyaa Su-35 Itiyoophiyaan dhiyeenya kana Ruusiyaa irraa fudhatte dandeettii waraanaa fi gahee biyyattiin naannawichatti qabdu ni guddisu jedhan gaazexeessaa Israa’el fi qorataan Chaanaalii 14 Eedi Kooheen. Itiyoophiyaan torban darbe…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2019 (FMC) – Piroojektiin Jallisii Magaci Onkololeessa 13, 2019 Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadiin eebbifamuun hojii eegale. Piroojektichi Bishaan Meetir Kiyuubii miiliyoona 100 fi miiliyoona 85 ol qabata. Lafa hektaara kuma 17 misoomsuu danda’a. Pirojektichi…
Finfinnee, Onkoloolessa 24, 2019 (FMC) — Tumsi damee albuudaa Itiyoophiyaa fi Gamtaa Awurooppaa bu’aa waloo ni mirkaneessa jedhan Daayirektarri Olaanaan Inistiitiyuutii Dhimma Alaa Dooktar Abdulwaasaa Abdullaahii. Inistiitiyuutichi Gamtaa Awurooppaa waliin waltajjii marii imaammataa albuudota…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2019 (FMC) – Yuunivarsiitiin Aksuum barattoota haaraa fi buleeyyii simachuu eegaleera. Saganticharratti Pireezidaantiin Yuunivarsitichaa Pirofeesar Gabreyesuus Birhaaneen ergaa baga nagaan dhuftanii dabarsaniiru. Yuunivarsiitichi akka maatiitti isaan simachuun abdii…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2019 (FMC) –Yuunivarsiitiin Arsii galiin of danda’uuf hojjetaan jira jedhe. Lafa hektaara 100 ol irratti oomishaalee gosa garaagaraa oomishuufi baay’isuun galiin of danda’uuf hojjetaa jiraachuu hime. Oomishaalee adda addaa babal’isuun madda galii Yuunivarsiitichaa…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2019 (FMC) – Taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 4ffaa har’a taphatamaniin morkiin Atileetikoo Maadriid – Baayerni Muunik, Baarseloonaan ammoo Astoon Viilaa waliin taasisan ni eegamu. Har’a galgala sa’aatii 2:45 eegalee Gaalaataasaraay – Istuugaarti,…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2019 (FMC) – Bara baajataa 2019 keessa guddinni diinagdee cimaan ni eegama jedhan Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Dooktar Iyyoob Takkaallinyi. Koreen Imaammata Maallaqaa Baankii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa har’a walga’ii idilee 8ffaa gaggeessera. Korichi walga’ii idilee…
Shaampiyoonaa Piriimer Liigii Ingilaand, Arsenaal, jijjiirraa taphattootaa Amajji dhufu keessa banamuun sarara fuula duraa (sarara jifannaa) isaa jabeeffachuu barbaada.
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2019 (FMC) – Gareen Yaala hatattamaa Biyyaaleessa Itiyoophiyaa beekamtii idil addunyaa sadarkaa 1ffaa Dhaabbata Fayyaa Addunyaa argateera. Yaa’iin Garee Yaala Hatattamaa Dhaabbata Fayyaa Addunyaa 7ffaan yeroo jalqabaaf Itiyoophiyaatti gaggeeffamaa jira. Garichi…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2019 (FMC) – Magaalaa Shaggar kutaa Magaalaa Galaan Aanaa Andoodeetti sagantaan facaasaa Qamadii jallisii eegaleera. Kantibaa Magaalaa Shaggar Dooktar Tashoomaa Addunyaa fi hoggantoonni biroo bakka argamanitti sagantaan facaasaa Qamadii jallisii bonee bara kanaa kutaa…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2019 (FMC)- Gochi onkolooleessa 24 bara 2013 Raayyaa Ittisa biyyaarratti gantootaan raawwatame yoomu akka irra hin deebine yaadatamaa kan turu ta’uu Giddu Galli Ajaja Daalool ibse. Guyyicha ilaalchisee sirni yaadannoo fi mariin paanaalii taasifameera. Gochii gantummaa…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2019 (FMC)- Raayyaan Ittisa Biyyaa Itiyoophiyaa birmadummaa fi tokkummaa biyya isaa eeguu bira darbee, michuu misoomaa ta’uun akkasumas, tajaajila hawaasummaa keessatti hirmaachuun ummataaf dhaabbachuu isaa hojii qabatamaan mirkaneesseera. Raayyaa gootummaa fi ummata…
Naannoo Tigraayi aanaa Abargalaa Yecilaatti meeshaan waraanaa otoo hin fashalaa'in hafe dho'ee daa'imman dabalatee namoonni saddeet lubbuu dhaban.
Iddoo irraa waa bittan qalbifachuu qabdu. Amma waliindhaha Hubannoo namtolcheetiin deeggarameen yakki hojjetamaa waan jiruuf daldaltootaaf akeekkachiifni kennamaa jira.
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2019 (FMC) – Mootiin Leseettoo 3ffaan Leetsiyyeen daawwannaa hojiif Finfinnee galaniiru. Mootichi wayita Finfinnee gahan Ministir Deetaa Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Birhaanuu Tsaggaayyeen simatamaniiru. Daawwannaan Mootichaa hariiroo bara dheeraa biyyoota…
Ilaalchawwan badaa fi loogiiwwan waa'ee dullumaa jiran dhabamsiisuunis addunyaarratti walqixxummaa uumuuf gahee akka qabu Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa (WHO) hima.
Waggoota 90 dura Sadaasa 2,1936 BBC Televizhin tamsaasa yemmu eegalutti televizhiiniin meeshaa elektirooniksii akkaan qaalii ture. Kana malees, uwwisni dambalii televizhiinichaas xiqqaa ture.
Finfinnee, Sadaasa 23, 2019 (FMC) – Itiyoophiyaan nageenyaafi tasgabbii naannawichaa mirkaneessuu keessatti gahee ijoo waan qabduuf, naannoo Galaana Diimaatti qooda ishee gaafachuun sirriidha jedhan Inistiitiyuutii Qorannoo Nageenyaa Afrikaatti Daayirektarri Naannawaa Baha Afrikaa Dooktar Pool…
Finfinnee, Onkoloolessa 23, 2019 (FMC) – Dameen Aviyeeshinii dhimma guddina diinagdee qofa osoo hin taane, dhimma tarsiimawaa kallattiin nageenya biyyaalessaa waliin walqabatudha jedhan Itti Aanaan Daayirektara Jeneraalaa Tajaajila Odeeffannoo fi Nageenya Biyyaalessaa Dooktar Sisaay Tolaa.…
Finfinnee, Onkoloolessa 23, 2019 (FMC) – Yaa’ii Idil-addunyaa Fayyaa Hawaasa Afrikaa 5ffaa Finfinneetti gaggeeffamuuf qophii gahaan taasifameera jedhan Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaan. Dooktar Maqdas Dhaabaan qophicha ilaalchisee ibsa kennaniin, yaa’ichi sirna fayyaa keenya…
Finfinnee, Onkoloolessa 23, 2019 (FMC) – Kooriyaan Kibbaa misooma teeknooloojii hubannoo namtolchee deeggaruuf baajata Doolaara biiliyoona 15.6 ramaduun gabaafame. Hubannoo namtolcheen bu’uura ijoo dorgommii dinagdee addunyaa gara fuulduraa ta’aa dhufuu hordofee, biyyoonni hedduun bu’uuraalee…
Finfinnee, Onkoloolessa 23,2019(FMC)- Ji’oopaarkiin Sulula Qinxamaa Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa tarree Ji’oopaarkiiwwan addunyaatti makamuu Ministeerri Tuuriizimii beeksiseera. Ji’oopaarkiin Sulula Qinxamaa Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa tarree Ji’oopaarkiiwwan addunyaatti makamuun…
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2019 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 5ffaan Madin Itiyoophiyaan Baankii Daldala Itiyoophiyaa injifateera. Tapha har’a waaree booda s’aatii 9:00 eegalee Istaadiyeemii Finfinneetti taphatameen Madin Itiyoophiyaan galchii 3 fi 1’n Baankii…
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2019 (FMC)- Biyyi uummata guddaa, seenaa boonsaa fi eenyummaa cimaa qabduuf karra galaanaa dhabuu jechuun maal jechuudha? Gaaffiin kun bu’uura adeemsa seenaa Itiyoophiyaa, dandeettii diinagdee fi dhimma jiraachuu fi jiraachuu dhabuu biyyyaa kallattiin kan qoratuudha.…
Haleellaa Arsiitti lubbuu namoota nagaa heddu galaafateen wal-qabatee miseensota ''Faannoofi Shanee'' dabalatee namoonni 73 to'atamuu Mootummaan Naannoo Oromiyaa beeksise.
Yugaandaan waggoota 20 booda loltootashee nagaa eegsisuuf Somaaliyaatti bobbaafamanii turan baasuu jalqabde.
Walitti bu'insa magaalaa Moyyalee torban lammataa qabateen rokkeettiin waraanaa (RPG) jedhamu sadii daangaa Itoophiyaa irraa daangaa Keeniyaa qubachuu qondaalli poolisii Keeniyaa himan.
Finfinnee, Onkoloolessa 23, 2019 (FMC) – Taphoonni Olompikii Dargaggootaa bara 2026 Seeneegaal, magaalaa Daakaaritti gaggeeffamaa jiru. Dorgommiiwwan kana irratti Itiyoophiyaa bakka bu’uun kan hirmaate Naatnaa’el Hagos gara tapha xumuraatti darbeera. Naatnaa’el Hagos Itiyoophiyaa bakka bu’uun…