Mata-dureewwan haaraa Itoophiyaa fi Gaanfa Afrikaa irratti dhaabbilee oduu biroo irraa. Oduun hundi marsariitii maxxansaa jalqabaa irratti bana.
Afaanota hunda agarsiisiMata-dureewwanii fi ciziinsi gaggabaaboon gara maxxansitoota jalqabaatti geessu. AddisGazette qabiyyee alaa kana hin qopheessu, hin gulaalu.
Finfinnee, Onkoloolessa 24, 2019 (FMC) – Ciminniifi fayyummaan dinagdee biyya tokkoo kan madaalamu milkaa’ina dameewwan oomishaa, bu’a qabeessummaa tajaajilaa, cimina dhaabbilee faayinaansii akkasumas dhiibbaa jireenyaa lammiilee irra ga’u salphisuun badhaadhina itti fufiinsa qabuuf bu’uura cimaa…
Finfinnee, Onkoloolessa 24, 2019 (FMC) – Magaalaan Harar miseensa Gamtaa Turizimii Idil Addunyaa “Silk Road” ta’uun makamteetti. Konfiransii Waggaa 2026 Dhaabbilee Imalaafi Turizimii Magaalota Gamtaa “Silk Road”, magaalaa Luyaangi, Chaayinaatti, gaggeeffame irratti, Magaalaan Harar miseensa gamtaa…
Finfinnee, Onkoloolessa 24, 2019 (FMC) — Karoora Mootummaa Ida’amuu bu’a qabeessa taasisuuf Chaayinaan deeggarsa waliigalaa taasiftu cimsitee itti fufti jedhan Itiyoophiyaatti Ambaasaaddarri Chaayinaa Cheen Haayi. Ministirri Dhimma Alaa Dooktar Gidiyoon Ximootewoos Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara…
Finfinnee, Onkoloolessa 24, 2019 (FMC) – Mootummaan Ida’amuu qabeenya uumamaa biyya keessaa gara faayidaa ummataa qabatamaatti jijjiiruun hirkattummaa boba’aa biyya alaa hir’isuu fi misooma magaalaa ammayyaa cimsuuf hojjechaa jira. Hojiirra oolmaa mul’ata kanaaf agrsiistuu kan ta’an awutoobisoonni…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2019 (FMC) – Piroojektiin Jallisii Magaci Onkololeessa 13, 2019 Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadiin eebbifamuun hojii eegale. Piroojektichi Bishaan Meetir Kiyuubii miiliyoona 100 fi miiliyoona 85 ol qabata. Lafa hektaara kuma 17 misoomsuu danda’a. Pirojektichi…
Finfinnee, Onkoloolessa 24, 2019 (FMC) — Tumsi damee albuudaa Itiyoophiyaa fi Gamtaa Awurooppaa bu’aa waloo ni mirkaneessa jedhan Daayirektarri Olaanaan Inistiitiyuutii Dhimma Alaa Dooktar Abdulwaasaa Abdullaahii. Inistiitiyuutichi Gamtaa Awurooppaa waliin waltajjii marii imaammataa albuudota…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2019 (FMC) –Yuunivarsiitiin Arsii galiin of danda’uuf hojjetaan jira jedhe. Lafa hektaara 100 ol irratti oomishaalee gosa garaagaraa oomishuufi baay’isuun galiin of danda’uuf hojjetaa jiraachuu hime. Oomishaalee adda addaa babal’isuun madda galii Yuunivarsiitichaa…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2019 (FMC) – Bara baajataa 2019 keessa guddinni diinagdee cimaan ni eegama jedhan Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Dooktar Iyyoob Takkaallinyi. Koreen Imaammata Maallaqaa Baankii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa har’a walga’ii idilee 8ffaa gaggeessera. Korichi walga’ii idilee…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2019 (FMC) – Magaalaa Shaggar kutaa Magaalaa Galaan Aanaa Andoodeetti sagantaan facaasaa Qamadii jallisii eegaleera. Kantibaa Magaalaa Shaggar Dooktar Tashoomaa Addunyaa fi hoggantoonni biroo bakka argamanitti sagantaan facaasaa Qamadii jallisii bonee bara kanaa kutaa…
Iddoo irraa waa bittan qalbifachuu qabdu. Amma waliindhaha Hubannoo namtolcheetiin deeggarameen yakki hojjetamaa waan jiruuf daldaltootaaf akeekkachiifni kennamaa jira.
Finfinnee, Onkoloolessa 23, 2019 (FMC) – Kooriyaan Kibbaa misooma teeknooloojii hubannoo namtolchee deeggaruuf baajata Doolaara biiliyoona 15.6 ramaduun gabaafame. Hubannoo namtolcheen bu’uura ijoo dorgommii dinagdee addunyaa gara fuulduraa ta’aa dhufuu hordofee, biyyoonni hedduun bu’uuraalee…
Finfinnee, Onkoloolessa 23,2019(FMC)- Hojjettoota mootummaa naannoo Tigraayiif miindaan Onkoloolessa 30,2019 irraa eegalee kaffalama jedhe Bulchiinsi Imaanaa Naannichaa. Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Diinagdeefi Deebisanii Ijaaruu Bulchiinsa Imaanaa naannichaa Dooktar Teewoodiroos Aragaay turtii…
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2019 (FMC) – Magaalonni Itiyoophiyaa hedduun magariisummaa, qulqullinaa fi miidhagina fooyyessuudhaan naannoo jireenyaaf mijataa ta’an uumuu keessatti argamu. Mootummaan Ida’amuu yeroo ammaa kallattii maraan hojiilee fayyadamummaa hawaasaa guddisan badhaadhina…
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2019 (FMC) – Oromiyaan qabeenya uumamaa, humna namaa, lafa bal’aa, bishaan, albuudaa fi carraalee invastimantii hedduu qabdi. Kana hunda qabaattuus, qabeenya kana gara badhaadhina diinagdee fi fayyadamummaa uummataatti jijjiiruun hojii xiyyeeffannoo barbaaduudha.…
Finfinnee, Onkoloolessa 21,2019(FMC)- Ministirri Muummee Ittaanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan Itiyoophiyaatti Hojii Raawwachiisaa Olaanaa Huwaawee Eeriik Yuwaan waliin mari’ataniiru. Obbo Tamasgeen Xurunaa ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, Itiyoophiyaatti Hojii Raawwachiisaa Olaanaa…
Finfinnee, Onkoloolessa 21,2019(FMC)- Tajaajilli Elektirikaa Itiyoophiyaa magaalota 6 keessatti buufataalee chaarjessa konkolaattota elektirikaa 11 guyyaa har’aa hojii eegalchiiseera. Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Tajaajilichaa Injinar Geetuu Garramoo wayita kana, tokkoon tokkoo buufataalee kunneen…
Finfinnee, Onkoloolessa 21, 2019 (FMC) – Baankiin Awaash bara baajataa 2025/26 keessa kaappitaalli waliigalaa isaa birrii biiliyoona 90 ol ga’uu beeksise. Baankichi har’a yaa’ii Waliigalaa Idilee 31ffaa fi yaa’ii Ariifachiisaa 19ffaa abbootii aksiyoonaa gaggeesseera. Walitti-qabaan Boordii…
Dhaabbileen dhimma maallaqa dijitaalaa ykn kiripto karaansii hordofan lama akka jedhanitti, gareen hattoota Kooriyaa Kaabaa iccitii dhaabbata maallaqa dijitaalaa guddaa addunyaa Baayinaansi jedhamu cabsuun doolara Ameerikaa biliyoona 6.3 hatuun odeeffannoo akeeku qabna jedhan.
Finfinnee, Onkoloolessa 20,2019(FMC)- Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa Appilikeeshinii haaraa qajeeltoowwan Shariyaa waliin walsimu “Michuu-Miizaan” ifoomseera. Tajaajilli kun toora tajaajila baankii dhalarraa bilisaa baankichaa Koopbaank Alhudaa jalatti kan kennamu yoo ta’u, xiinxala odeeffannoo…
Finfinnee, Onkoloolessa 20, 2019 (FMC)- Ji’oota sadii itti aanan keessatti Awutoobusoonni magaalaa gaazii uumamaan hojjetan 400 gara biyyaa ni galu jedhan Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad. Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad, magaalaa Finfinneetti Awutoobusoota magaalaa boba’aa…
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2019 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Awutoobisoota boba’aarraa gara Gaazii Uumamaatti jijjiiraman 26 hojii eegalchiisaniiru. Baatiwwan darban keessa hojiin Gaazii Uumamaa gara Finfinnee geejjibsiisuu, buufataalee qopheessuu, Awutoobisoonni boba’aan…
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2019 (FMC) – Har’a Awutoobisoota magaalaa boba’aarraa gara Gaazii Uumamaatti jijjiiraman 26 hojii eegalchiifneerra jedhan Kantibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebeen. Kunis tarkaanfii guddaa ta’uu eeruun, baasii geejjibaa fi faalama qilleensaa hir’isuu, yeroo…
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2019 (FMC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad har’a Awutoobisoota boba’aarraa gara Gaazii Uumamaatti jijjiiraman 26 hojii eegalchiisaniiru. Baatiwwan darban keessa hojiin Gaazii Uumamaa gara Finfinnee geejjibsiisuu, buufataalee qopheessuu hojjetamaa turuu…
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2019 (FMC) – Har’a Awutoobisoonni 26 jalqabaaf Boba’arraa gara Gaazii umamaatti jijjiiramuun hojii eegaluu isaanitti gammachuu guddaan natti dhagahameera jedhan Ministitti Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ergaa miidiyaa…
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2019 (FMC) – Ummanni dhimmota xiyyeeffannoon irratti hojjechuu qabnu adda baasee nuuf kenneera jedhan Pireezidaantii Ittaanaan Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Kaffaloo Tafarraan. Karoora of danda’uu milkeessuun itti fufiinsa sirnaa mirkaneessuu ta’uu ibsan. Ummanni…
Finfinnee, Onkoloolessa 20, 2019( FMC)- Sosochii galaanarraa saffisiisuufi rakkoolee mudachuu malan furuuf biyyoonni naannawichaa tumsaan hojjechuu qabu jedhan Ajajaa Olaanaan Humna Galaanaa Itiyoophiyaa Vaayis Admiiraal Kinduu Gazzuun. Qopheessummaa Qajeelcha Waliigalaa Humna Galaanaa…
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2019 (FMC) – Qonni Oromiyaa damee oomishaa qofa osoo hin taane, madda carraa hojii, galii, wabii nyaataa, qusannaafi invastimantii ta’uu qaba jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan. Kanaaf, galmi imaammata qonnaa omisha baay’isuu…
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2019 (FMC) – Nyaata,anniisaa fi beekumsa irratti Invasti gochaa jirra jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Yaa’ii 3ffaa Raashiyaa- Afrikaarratti haasawaa taasisaniiru. Dooktar Abiy haasawaa isaaniin, gama…
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2019 (FMC) – Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa bara baajataa 2025/26 haleellaa Saayibarii kuma 14 ol ittise jedhe. Haleellaa saayibarii gara kuma 14, akkasumas yaalii gowwoomsaa interneetii miiliyoona 2 ta’an ittisuu Pireezidaantiin Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa Abbee…
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2019 (FMC) – Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa nageenya saayibarii mirkaneessuuf teeknoolojiiwwan haaraa hojiirra oolchaa jira jedhan Pireezidaantiin baankichaa Obbo Abbee Saannoon. Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa Yaa’ii Hubannoo Uumuu Nageenya Saayibarii 3ffaa gaggeessaa…
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2019 (FMC) – Dippilomaasiin Itiyoophiyaa yeroo ammaa jijjiirama bu’uuraa keessa jira. Humna keessoo fi carraaqii cimaadhaan hariiroo madaalamaafi faayidaa biyyaa dursu hordofuun, xiyyeeffannoo addunyaa hawwachuu dandeesseetti. Hariiroon Raashiyaa fi Itiyoophiyaa gidduu…
Finfinnee, Onkoloolessa 18, 2019(FMC)- Utubaalee diinagdee Itiyoophiyaa shanan keessaa qonni tokko. Oomisha qonnaa guddisuu, omishtummaa dabaluufi qonna gabaa irratti xiyyeeffate babal’isuuf mootummaan xiyyeeffannoo addaa kenneera. Keessumaa dameen oomisha fuduraalee kanneen akka Avokaadoo,…
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2019 (FMC) – Yaa’iin 3ffaa Raashiyaa -Afrikaa, Har’aa fi Boru Raashiyaa Mooskootti gaggeeffama. Yaa’icharratti hoggantoonni biyyootaa fi qopheessitoonni imaammataa dhimma ijoo diinagdee, invastimantii fi tumsa namoomaa irratti ni mari’atu jedhameera. Yaa’icharratti…
Africa Urged to Strengthen Regional Power Integration for Energy Security ENA English
Ethiopia, China Reaffirm Commitment to Deepening All-Weather Strategic Partnership ENA English
PetroChina eyes South Sudan–Ethiopia–Djibouti oil corridor CapitalEthiopia
Inside Ethiopia's Radical Pivot to EVs Modern Ghana
Inside Ethiopia's Radical Pivot to EVs Modern Ghana
Sommaire Vérification de la Licence et de la Sécurité du Site Processus d’Inscription et Demande de Documents Excessives Offres de Bonus Trop Alléchantes et Conditions Obscures Problèmes Techniques Récurrents et Support Client Méthodes de Paiement Limitées et Frais Cachés Conclusion: Priorité à la…
Addis Ababa, November 3, 2026 (FMC) — Chairperson of the African Union Commission Mahmoud Ali Youssouf has held discussions with Secretary-General of the International Federation of Red Cross and Red Crescent Societies (IFRC) Jagan Chapagain on strengthening Africa’s food systems through…
Six draft guidelines target a record 502.27 billion Birr budget, audit failures, and stalled projects The Addis Ababa City Administration Finance Office is preparing to roll out six draft guidelines designed to tighten legal enforcement and good governance across the city’s finance, budget, and…
Contents Understanding Winbeast Cashback Processing Timelines Common Reasons for Cashback Delays Step-by-Step Troubleshooting Guide Required Documents for KYC Verification How to Contact Winbeast Support Effectively Preventing Future Payment Delays Why Winbeast Cashback Didn’t Arrive On Time…
Factories must set distributor and retailer prices and notify the bureau, while the bureau’s published list puts one-liter retail prices at 35 to 41.56 birr amid mid-2026 kiosk increases of 33 to 66 percent. The Addis Ababa Trade Bureau and the Association of Water Manufacturers and Suppliers have…
Ethiopia-Europe Partnership in Critical Minerals Dev't Benefits Both, Says IFA Exec Director ENA English
Addis Ababa, November 3, 2026 (FMC) — Ethiopia’s annual inflation declined to 14.9 percent in September 2026, down from 15.1 percent in June, although inflationary pressures remain elevated, the National Bank of Ethiopia (NBE) has announced. In a press release following its eighth Monetary Policy…
Most people don’t sit down at an online casino anymore. They open a tab on the train, spin for ten minutes while a kettle boils, or tap through a few rounds between messages. That stop-start rhythm is the whole personality of SpinBond Casino, and it shapes how the site actually gets used. This…
Tight Monetary Policy Indispensable to Achieve Single-Digit Inflation, Says NBE Governor ENA English
Addis Ababa, November 3, 2026 (FMC) – African Union Commission (AUC) Chairperson Mahmoud Ali Youssouf has underscored Africa’s potential to become a global food basket, stressing the importance of transforming the continent’s agrifood systems to overcome hunger, food insecurity and malnutrition.…
የዋጋ ግሽበት በሚቀጥሉት ስድስት ወራት “በድርብ አሃዝ” ውስጥ ይቆያል ተብሎ እንደሚጠበቅ የኢትዮጵያ ብሔራዊ ባንክ ገለጸ። በመስከረም 2019 የተመዘገበው 14.9 በመቶ የዋጋ ግሽበት ከማዕከላዊው ባንክ የነጠላ አሃዝ ግብ “ከፍ ያለ” እንደሆነም አስታውቋል። ብሔራዊ ባንክ የዋጋ ግሽበትን የተመለከቱ አሃዞችን ይፋ ያደረገው፤ ሁለት ገለልተኛ ባለሙያዎችን ጨምሮ ስምንት አባላት ያሉት የገንዘብ ፖሊሲ ኮሚቴ ካደረገው ስብሰባ በኋላ ነው። ዛሬ ማክሰኞ […]
Awach Savings and Credit Cooperative (SACCO) has increased its maximum loan limit to 25 million birr and shortened the minimum savings period required for accessing loans from six months to three months. The cooperative also reduced the minimum savings requirement for members seeking car loans…
Daily_Brief: #US moves to terminate #South_Africa, #Rwanda from #AGOA Addis Standard
𝘛𝘩𝘦 𝘧𝘰𝘳𝘮𝘦𝘳 𝘌𝘵𝘩𝘪𝘰𝘱𝘪𝘢𝘯 𝘈𝘪𝘳𝘭𝘪𝘯𝘦𝘴 𝘤𝘩𝘪𝘦𝘧 𝘪𝘴 𝘱𝘶𝘳𝘴𝘶𝘪𝘯𝘨 𝘪𝘯𝘵𝘦𝘳𝘯𝘢𝘵𝘪𝘰𝘯𝘢𝘭 𝘨𝘳𝘰𝘸𝘵𝘩 𝘢𝘭𝘰𝘯𝘨𝘴𝘪𝘥𝘦 𝘤𝘰𝘴𝘵 𝘳𝘦𝘥𝘶𝘤𝘵𝘪𝘰𝘯𝘴 𝘢𝘯𝘥 𝘢 𝘳𝘦𝘷𝘪𝘦𝘸 𝘰𝘧 𝘵𝘩𝘦 𝘤𝘢𝘳𝘳𝘪𝘦𝘳’𝘴 𝘯𝘦𝘵𝘸𝘰𝘳𝘬. Air India chief executive Tewolde Gebremariam says…
𝘛𝘩𝘦 𝘕𝘉𝘌 𝘴𝘢𝘺𝘴 𝘧𝘳𝘦𝘴𝘩 𝘭𝘦𝘯𝘥𝘪𝘯𝘨 𝘳𝘦𝘭𝘢𝘵𝘪𝘷𝘦 𝘵𝘰 𝘳𝘦𝘴𝘰𝘶𝘳𝘤𝘦𝘴 𝘮𝘰𝘣𝘪𝘭𝘪𝘴𝘦𝘥 𝘳𝘦𝘮𝘢𝘪𝘯𝘴 𝘣𝘳𝘰𝘢𝘥𝘭𝘺 𝘶𝘯𝘤𝘩𝘢𝘯𝘨𝘦𝘥, 𝘸𝘩𝘪𝘭𝘦 𝘣𝘢𝘯𝘬𝘴 𝘩𝘰𝘭𝘥 𝘭𝘢𝘳𝘨𝘦 𝘦𝘹𝘤𝘦𝘴𝘴 𝘳𝘦𝘴𝘦𝘳𝘷𝘦𝘴. Commercial banks recorded faster growth in net deposits than…
AMN – ጥቅምት 24/2019 ዓ.ም፥ የኤሌክትሪክ ተሽከርካሪዎች የወደፊት ዕጣ ፈንታ ከኖርዌይ፣ ከቻይና እና ከካሊፎርኒያ የቴክኖሎጂ ማዕከላት ጋር የተያያዘ ይመስል ይሆናል፤ ነገር ግን ይህን ለውጥ ከሌላው የዓለም ክፍል በበለጠ ፍጥነት እና ድፍረት እያንቀሳቀሰች ያለችው ኢትዮጵያ ናት ሲል ብሉምበርግ ዘግቧል። በመኪና ማምረት ዝና የሌላት ኢትዮጵያ፣ በድንገት የዓለምን ትኩረት የሳበ የፖሊሲ ውሳኔ አሳልፋለች። የጠቅላይ ሚኒስትር ዐቢይ አሕመድ (ዶ/ር) […] The post…
Sommaire CasinoZer Live Chat: Heures d’ouverture et disponibilité Langues prises en charge par le support client Comment contacter le chat en direct: Guide étape par étape Types de problèmes résolus via le chat live Documents à préparer avant de contacter le support Que faire si le chat est…