Mata-dureewwan haaraa Itoophiyaa fi Gaanfa Afrikaa irratti dhaabbilee oduu biroo irraa. Oduun hundi marsariitii maxxansaa jalqabaa irratti bana.
Afaanota hunda agarsiisiMata-dureewwanii fi ciziinsi gaggabaaboon gara maxxansitoota jalqabaatti geessu. AddisGazette qabiyyee alaa kana hin qopheessu, hin gulaalu.
Finfinnee, Onkoloolessa 24, 2019 (FMC) – Seenaa irraa barachuun injifannoo fi milkaa’ina qofa osoo hin taane, kufaatii, gantummaa fi qormaata gurguddaa irraa barachuus dabalata. Taateewwan tokko tokko seenaa keessatti guyyaa injifannoo ta’anii galmaa’u; kanneen biroon garuu madaa hin dagatamne…
Finfinnee, Onkoloolessa 24, 2019 (FMC) – Itiyoophiyaafi Chaayinaan tumsa loltummaa fi tarsiimawaa yeroo dheeraa qaban caalaatti cimsuuf xiyyeeffannoon akka hojjetan mirkaneessaniiru. Ministirri Ittisaa Obbo Mahaammad Idiriis har’a Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara ChaayinaaCheen Haayi waajjira…
Finfinnee, Onkoloolessa 24, 2019 (FMC) – Guyyoonni tokko tokko lakkoofsa kalaandarii irratti barreeffaman qofa miti. Madaadha; madaa waggaa waggaadhaan yaadatamuufi matumaa hin dagatamne. Onkoloolessi 24 guyyaa akkasii keessaa isa tokko. Halkan sana Raayyaan Ittisa Biyyaa Ajaja Kaabaa, daangaa…
Finfinnee, Onkoloolessa 24, 2019 (FMC) — Onkoloolessi 24 guyyaa gootota aarsaa kaffalan itti yaadatan, gochi gantummaa irra deebi’ee biyya irratti akka hin raawwatamne dammaqinaan itti eegan fi waadaa birmadummaa biyyaa kabachiisuuf galame itti haaromsaniidha. Onkoloolessa 24, 2013 haleellaan…
Finfinnee, Onkoloolessa 24, 2019 (FMC) — Karoora Mootummaa Ida’amuu bu’a qabeessa taasisuuf Chaayinaan deeggarsa waliigalaa taasiftu cimsitee itti fufti jedhan Itiyoophiyaatti Ambaasaaddarri Chaayinaa Cheen Haayi. Ministirri Dhimma Alaa Dooktar Gidiyoon Ximootewoos Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara…
Finfinnee, Onkoloolessa 24, 2019 (FMC) – Mootummaan Ida’amuu qabeenya uumamaa biyya keessaa gara faayidaa ummataa qabatamaatti jijjiiruun hirkattummaa boba’aa biyya alaa hir’isuu fi misooma magaalaa ammayyaa cimsuuf hojjechaa jira. Hojiirra oolmaa mul’ata kanaaf agrsiistuu kan ta’an awutoobisoonni…
Finfinnee, Onkoloolessa 24, 2019 (FMC) – Xiyyaaronni waraanaa ammayyaa Su-35 Itiyoophiyaan dhiyeenya kana Ruusiyaa irraa fudhatte dandeettii waraanaa fi gahee biyyattiin naannawichatti qabdu ni guddisu jedhan gaazexeessaa Israa’el fi qorataan Chaanaalii 14 Eedi Kooheen. Itiyoophiyaan torban darbe…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2019 (FMC) – Piroojektiin Jallisii Magaci Onkololeessa 13, 2019 Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadiin eebbifamuun hojii eegale. Piroojektichi Bishaan Meetir Kiyuubii miiliyoona 100 fi miiliyoona 85 ol qabata. Lafa hektaara kuma 17 misoomsuu danda’a. Pirojektichi…
Finfinnee, Onkoloolessa 24, 2019 (FMC) — Tumsi damee albuudaa Itiyoophiyaa fi Gamtaa Awurooppaa bu’aa waloo ni mirkaneessa jedhan Daayirektarri Olaanaan Inistiitiyuutii Dhimma Alaa Dooktar Abdulwaasaa Abdullaahii. Inistiitiyuutichi Gamtaa Awurooppaa waliin waltajjii marii imaammataa albuudota…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2019 (FMC) – Yuunivarsiitiin Aksuum barattoota haaraa fi buleeyyii simachuu eegaleera. Saganticharratti Pireezidaantiin Yuunivarsitichaa Pirofeesar Gabreyesuus Birhaaneen ergaa baga nagaan dhuftanii dabarsaniiru. Yuunivarsiitichi akka maatiitti isaan simachuun abdii…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2019 (FMC) –Yuunivarsiitiin Arsii galiin of danda’uuf hojjetaan jira jedhe. Lafa hektaara 100 ol irratti oomishaalee gosa garaagaraa oomishuufi baay’isuun galiin of danda’uuf hojjetaa jiraachuu hime. Oomishaalee adda addaa babal’isuun madda galii Yuunivarsiitichaa…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2019 (FMC) – Bara baajataa 2019 keessa guddinni diinagdee cimaan ni eegama jedhan Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Dooktar Iyyoob Takkaallinyi. Koreen Imaammata Maallaqaa Baankii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa har’a walga’ii idilee 8ffaa gaggeessera. Korichi walga’ii idilee…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2019 (FMC) – Gareen Yaala hatattamaa Biyyaaleessa Itiyoophiyaa beekamtii idil addunyaa sadarkaa 1ffaa Dhaabbata Fayyaa Addunyaa argateera. Yaa’iin Garee Yaala Hatattamaa Dhaabbata Fayyaa Addunyaa 7ffaan yeroo jalqabaaf Itiyoophiyaatti gaggeeffamaa jira. Garichi…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2019 (FMC) – Magaalaa Shaggar kutaa Magaalaa Galaan Aanaa Andoodeetti sagantaan facaasaa Qamadii jallisii eegaleera. Kantibaa Magaalaa Shaggar Dooktar Tashoomaa Addunyaa fi hoggantoonni biroo bakka argamanitti sagantaan facaasaa Qamadii jallisii bonee bara kanaa kutaa…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2019 (FMC)- Gochi onkolooleessa 24 bara 2013 Raayyaa Ittisa biyyaarratti gantootaan raawwatame yoomu akka irra hin deebine yaadatamaa kan turu ta’uu Giddu Galli Ajaja Daalool ibse. Guyyicha ilaalchisee sirni yaadannoo fi mariin paanaalii taasifameera. Gochii gantummaa…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2019 (FMC)- Raayyaan Ittisa Biyyaa Itiyoophiyaa birmadummaa fi tokkummaa biyya isaa eeguu bira darbee, michuu misoomaa ta’uun akkasumas, tajaajila hawaasummaa keessatti hirmaachuun ummataaf dhaabbachuu isaa hojii qabatamaan mirkaneesseera. Raayyaa gootummaa fi ummata…
Naannoo Tigraayi aanaa Abargalaa Yecilaatti meeshaan waraanaa otoo hin fashalaa'in hafe dho'ee daa'imman dabalatee namoonni saddeet lubbuu dhaban.
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2019 (FMC) – Mootiin Leseettoo 3ffaan Leetsiyyeen daawwannaa hojiif Finfinnee galaniiru. Mootichi wayita Finfinnee gahan Ministir Deetaa Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Birhaanuu Tsaggaayyeen simatamaniiru. Daawwannaan Mootichaa hariiroo bara dheeraa biyyoota…
Finfinnee, Sadaasa 23, 2019 (FMC) – Itiyoophiyaan nageenyaafi tasgabbii naannawichaa mirkaneessuu keessatti gahee ijoo waan qabduuf, naannoo Galaana Diimaatti qooda ishee gaafachuun sirriidha jedhan Inistiitiyuutii Qorannoo Nageenyaa Afrikaatti Daayirektarri Naannawaa Baha Afrikaa Dooktar Pool…
Finfinnee, Onkoloolessa 23, 2019 (FMC) – Dameen Aviyeeshinii dhimma guddina diinagdee qofa osoo hin taane, dhimma tarsiimawaa kallattiin nageenya biyyaalessaa waliin walqabatudha jedhan Itti Aanaan Daayirektara Jeneraalaa Tajaajila Odeeffannoo fi Nageenya Biyyaalessaa Dooktar Sisaay Tolaa.…
Finfinnee, Onkoloolessa 23, 2019 (FMC) – Yaa’ii Idil-addunyaa Fayyaa Hawaasa Afrikaa 5ffaa Finfinneetti gaggeeffamuuf qophii gahaan taasifameera jedhan Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaan. Dooktar Maqdas Dhaabaan qophicha ilaalchisee ibsa kennaniin, yaa’ichi sirna fayyaa keenya…
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2019 (FMC)- Biyyi uummata guddaa, seenaa boonsaa fi eenyummaa cimaa qabduuf karra galaanaa dhabuu jechuun maal jechuudha? Gaaffiin kun bu’uura adeemsa seenaa Itiyoophiyaa, dandeettii diinagdee fi dhimma jiraachuu fi jiraachuu dhabuu biyyyaa kallattiin kan qoratuudha.…
Haleellaa Arsiitti lubbuu namoota nagaa heddu galaafateen wal-qabatee miseensota ''Faannoofi Shanee'' dabalatee namoonni 73 to'atamuu Mootummaan Naannoo Oromiyaa beeksise.
Yugaandaan waggoota 20 booda loltootashee nagaa eegsisuuf Somaaliyaatti bobbaafamanii turan baasuu jalqabde.
Walitti bu'insa magaalaa Moyyalee torban lammataa qabateen rokkeettiin waraanaa (RPG) jedhamu sadii daangaa Itoophiyaa irraa daangaa Keeniyaa qubachuu qondaalli poolisii Keeniyaa himan.
Finfinnee, Onkoloolessa 23,2019(FMC)- Hojjettoota mootummaa naannoo Tigraayiif miindaan Onkoloolessa 30,2019 irraa eegalee kaffalama jedhe Bulchiinsi Imaanaa Naannichaa. Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Diinagdeefi Deebisanii Ijaaruu Bulchiinsa Imaanaa naannichaa Dooktar Teewoodiroos Aragaay turtii…
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2019(FMC)- Gocha gara jabeeyyii humnoonni badii Godina Kibba Baha Oromiyaa, Aanaa Shirkaa, ganda Birboo Colleetti hawaasa nagaarratti raawwate hordofee, mootummaan olaantummaa seeraa kabachiisuuf tarkaanfii fudhataa jira. Haaluma kanaan hanga ammaatti miseensonni…
Finfinnee, Onkoloolessa 22,2019(FMC)- Yuuniivarsiitiin Addigiraat barattoota buleeyyiifi haaraa simachaa jira. Guyyaa har’aa barattoonni buleeyyiifi haaraan gara Yuuniivarsiitichaa seenaa kan jiran yoo ta’u, Pireezidaantii Yuuniivarsiitichaa Dooktar Gabramikaa’el Waldagabri’eel dabalatee…
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2019 (FMC) – Magaalonni Itiyoophiyaa hedduun magariisummaa, qulqullinaa fi miidhagina fooyyessuudhaan naannoo jireenyaaf mijataa ta’an uumuu keessatti argamu. Mootummaan Ida’amuu yeroo ammaa kallattii maraan hojiilee fayyadamummaa hawaasaa guddisan badhaadhina…
Finfinnee, Onkoloolessa 23, 2019 (FMC) – Naannolee biyyattii Tigraayiin ala jiran fi, bulchiinsota magaalota lama keessatti hojiirra kan oole tajaajilli mootummaa Giddugala Tokkoo Masoob, naannoo Tigraay magaalaa Maqaleettis eegaluuf jira. Bulchiinsi Imaanaa Mootummaa Federaalaa Naannoo Tigraay…
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2019 (FMC)- Uummanni Oromoo tokkummaa keessoo isaafi hariiroo obbolummaa saboota biroo waliin qabu cimsuun shira diinota Seenaa Itiyoophiyaa maseensuu qaba jedhan Hogganaan Tajaajila Komikeeshinii Oromiyaa Obbo Hayiluu Addunyaa. Tajaajilli Kominikeeshinii Oromiyaa haala…
Finfinnee, Onkoloolessa 23, 2019 (FMC) – Lammiileen Itiyoophiyaa Saa’uud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 364 gara biyyaa deebi’aniiru. Lammiilee balalliiwwan 6 gara biyyaa deebi’an kanneen keessaa kumni 1 fi 360 dhiiroota yoo ta’an, 4 ammoo dubartoota umriin isaanii waggaa 18…
Ameerikaatti jeettiin daldalaa Dilbata kaleessaa ollaa Filooriidaa keessatti kufee namoonni sagal lubbuu dhabuu waajirri geejjibaa US beeksise.
Maakbiraayid yeroo hunda guddifachaadhaan akka guddifamaa jiru ni yaada. Umriin isaa ganna 15 guutee tajaajila loltummaa galmaa'uuf yeroo ragaa dhalootaa gaafatametti garuu waa'ee ofiisaa waan xiqqoo qofa akka beeku kan hubate.
Hubannoon namtolchee (AI) sadarkaa guddinaa har'a irra gaherra akka gahuuf shoora ijoo jedhamu kan qaban wiirtuuwwan daataati.
Finfinnee, Onkoloolessa 22, 2019 (FMC) — Finfinneen wiirtuu dippiloomaasii ta’uu irraa kan ka’e, naannolee dullooman misoomsuun mala jireenyaa kabaja jireenya dhala namaa eeguufi sadarkaa idil-addunyaatti dorgomuu danda’u uumuuf hojjechuun cimee kan itti fufu ta’uu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee…
Finfinnee, Onkoloolessa 22, 2019 (FMC)- Finfinneen ijaaraa jirru kabaja, mirgaa fi faayidaa jiraattota ishee hunda kan eegdu, akkasumas lammiilee hunda carraa misoomaa walqixa irraa fayyadamoo kan gootu akka taatuuf kutannoo qabna jedhan Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech…
Finfinnee, Onkoloolessa 22, 2019 (FMC) –Magaalaa Maqaleetti kallattiiwwan hojilee fuulduraa karaa qindoomina qabuun raawwachuuf dandeessisan Kaa’amaniiru. Kantiibaan Magaalichaa Dooktar Shishay Amaaree bakka argamanitti, Bulchiinsi Imaanaa Magaalaa Maqalee walga’ii isaa jalqabaa gaggeesseera.…
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2019 (FMC) – Oromiyaan qabeenya uumamaa, humna namaa, lafa bal’aa, bishaan, albuudaa fi carraalee invastimantii hedduu qabdi. Kana hunda qabaattuus, qabeenya kana gara badhaadhina diinagdee fi fayyadamummaa uummataatti jijjiiruun hojii xiyyeeffannoo barbaaduudha.…
Ameerikaan Naannoo Oromiyaa, Arsii keessatti ajjeechaa lammilee nagaa irratti raawwatame balaaleffachuun sirnaan qoratamee kanneen yakka kana raawwatan murtiitti akka dhiyaataniif mootummaa Itoophiyaa gaafate.
Torbeewwan muraasa darban keessa magaalota gurguddoo Awurooppaa Miilaanii hanga Maarseetti akkasumas hanga Maadriditti hiriirawwan mormii jajjaboon adeemsifamaniiru.
Filannoon walakkeessaa Yunaayitid Isteetis (US) adeemsifamuuf guyyota muraasa qofatu hafe. Bu'aan filannoo kanaas turtii pirezidaantummaa Doonald Tiraamp kanaan boodaarratti dhiibbaa guddaa qabaachuu danda'a.
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2019 (FMC) – Barnoonni bu’uura galmoota tarsiimoo qabsoo Oromooti jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan. Barnoonni tajaajila hawaasummaa qofa miti, dhaloota dandeettii qabu ijaaruu, dinagdee oomishtummaa olaanaa qabu maddisiisuufi…
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2019 (FMC) – Itiyoophiyaan yakkoota daangaa ce’aa ittisuuf teeknooloojii walitti hidhamiinsa imaltootaa idil-addunyaa hojiirra oolchuuufi jedhan Komishinarri Jeneraalaa Ajaja Waliigalaa Poolisii Federaalaa Dammallaash Gabramikaa’eel. Barri yakkoonni idil-addunyaa…
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2019 (FMC) – Finfinneen guyyaa Magaalota Addunyaa 2026 irratti Badhaasa “Shanghai Award” injifachuun Itiyoophiyaaf seenaa guddaadha jedhe Waajjirri Ministira Muummee. Badhaasa kana argachuun ishee guddinaa fi misoomaa magaalichaa caalmaatti itti fufsiisuuf galtee…
Finfinnee, Onkoloolessa 21, 2019 (FMC) – Magaalaan Finfinnee Guyyaa Magaalota Addunyaa bara 2026’n badhaasa “Shanghai Award”, Sagantaa Mootummootni Gamtoomanii fi Chaayinaan qopheessan injifatteetti. Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee ergaa fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin…
Finfinnee, Onkoloolessa 21,2019(FMC)- Ministirri Muummee Ittaanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan Itiyoophiyaatti Hojii Raawwachiisaa Olaanaa Huwaawee Eeriik Yuwaan waliin mari’ataniiru. Obbo Tamasgeen Xurunaa ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, Itiyoophiyaatti Hojii Raawwachiisaa Olaanaa…
Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiy Ahimad miseensonni kaabinee fi qondaalonni mootummaa olaanoon biroo Hursootti leenjii loltummaa fudhachaa akka jiran ibsan.