Mata-dureewwan haaraa Itoophiyaa fi Gaanfa Afrikaa irratti dhaabbilee oduu biroo irraa. Oduun hundi marsariitii maxxansaa jalqabaa irratti bana.
Afaanota hunda agarsiisiMata-dureewwanii fi ciziinsi gaggabaaboon gara maxxansitoota jalqabaatti geessu. AddisGazette qabiyyee alaa kana hin qopheessu, hin gulaalu.
Finfinnee, Onkoloolessa 24, 2019 (FMC) – Magaalaan Harar miseensa Gamtaa Turizimii Idil Addunyaa “Silk Road” ta’uun makamteetti. Konfiransii Waggaa 2026 Dhaabbilee Imalaafi Turizimii Magaalota Gamtaa “Silk Road”, magaalaa Luyaangi, Chaayinaatti, gaggeeffame irratti, Magaalaan Harar miseensa gamtaa…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2019 (FMC) – Gareen Yaala hatattamaa Biyyaaleessa Itiyoophiyaa beekamtii idil addunyaa sadarkaa 1ffaa Dhaabbata Fayyaa Addunyaa argateera. Yaa’iin Garee Yaala Hatattamaa Dhaabbata Fayyaa Addunyaa 7ffaan yeroo jalqabaaf Itiyoophiyaatti gaggeeffamaa jira. Garichi…
Ilaalchawwan badaa fi loogiiwwan waa'ee dullumaa jiran dhabamsiisuunis addunyaarratti walqixxummaa uumuuf gahee akka qabu Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa (WHO) hima.
Finfinnee, Onkoloolessa 23,2019(FMC)- Ji’oopaarkiin Sulula Qinxamaa Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa tarree Ji’oopaarkiiwwan addunyaatti makamuu Ministeerri Tuuriizimii beeksiseera. Ji’oopaarkiin Sulula Qinxamaa Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa tarree Ji’oopaarkiiwwan addunyaatti makamuun…
Maakbiraayid yeroo hunda guddifachaadhaan akka guddifamaa jiru ni yaada. Umriin isaa ganna 15 guutee tajaajila loltummaa galmaa'uuf yeroo ragaa dhalootaa gaafatametti garuu waa'ee ofiisaa waan xiqqoo qofa akka beeku kan hubate.
Finfinnee, Onkoloolessa 22, 2019 (FMC) — Finfinneen wiirtuu dippiloomaasii ta’uu irraa kan ka’e, naannolee dullooman misoomsuun mala jireenyaa kabaja jireenya dhala namaa eeguufi sadarkaa idil-addunyaatti dorgomuu danda’u uumuuf hojjechuun cimee kan itti fufu ta’uu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee…
Finfinnee, Onkoloolessa 22, 2019 (FMC)- Finfinneen ijaaraa jirru kabaja, mirgaa fi faayidaa jiraattota ishee hunda kan eegdu, akkasumas lammiilee hunda carraa misoomaa walqixa irraa fayyadamoo kan gootu akka taatuuf kutannoo qabna jedhan Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech…
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2019 (FMC) – Finfinneen magaalaa seenaa boonsaa qabdu, uumamaan miidhagduu fi misoomaan haaromfamtee gara egeree abdachiisaatti tarkaanfachaa jirtuudha. Magaalonni tokko tokko seenaa isaanii irraa beekamu; kanneen biroon ammoo bareedina uumamaa isaaniitiin dinqisiifamu.…
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2019 (FMC) –Godina Lixa Oromiyaa Aanaa Diggaatti Balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 5 darbeera. Balaan kun Ganda Arjoo Qonnaan Bulaa bakka addaa Naannoo Warshaa dhagaa Cilee Arjoo jedhamee beekamutti mudachuu Waajjirri Poolisii Aanichaa himeera. Balaan har’a…
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2019 (FMC) – Barnoonni bu’uura galmoota tarsiimoo qabsoo Oromooti jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan. Barnoonni tajaajila hawaasummaa qofa miti, dhaloota dandeettii qabu ijaaruu, dinagdee oomishtummaa olaanaa qabu maddisiisuufi…
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2019 (FMC) – Finfinneen guyyaa Magaalota Addunyaa 2026 irratti Badhaasa “Shanghai Award” injifachuun Itiyoophiyaaf seenaa guddaadha jedhe Waajjirri Ministira Muummee. Badhaasa kana argachuun ishee guddinaa fi misoomaa magaalichaa caalmaatti itti fufsiisuuf galtee…
Finfinnee, Onkoloolessa 21, 2019 (FMC) – Magaalaan Finfinnee Guyyaa Magaalota Addunyaa bara 2026’n badhaasa “Shanghai Award”, Sagantaa Mootummootni Gamtoomanii fi Chaayinaan qopheessan injifatteetti. Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee ergaa fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin…
Finfinnee, Onkoloolessa 20,2019(FMC)- Yuuniivarsiitiin Poolisii Itiyoophiyaa waliigaltee Neetwoorkii Akkaadaamii Giloobaalii Intarpoolitti makamamuuf isa dandeessisu mallatteesseera. Waliigalticha Komishinarri Jeneraalaa Ajaja Waliigalaa Poolisii Federaalaa Dammallaash Gabramikaa’el fi Barreessaa…
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2019 (FMC) – Har’a Awutoobisoota magaalaa boba’aarraa gara Gaazii Uumamaatti jijjiiraman 26 hojii eegalchiifneerra jedhan Kantibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebeen. Kunis tarkaanfii guddaa ta’uu eeruun, baasii geejjibaa fi faalama qilleensaa hir’isuu, yeroo…
Namoonni godina Kibba Oromiyaa magaalota garaagaraa keessatti daa'imaan kadhachaa turan to'atamanii murtiin garaagaraa itti murtaawuu Qajeelchi Poolisii godinichaa beeksiseera.
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2019 (FMC) – Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee waggoota shanan darban keessa manneen jireenyaa kuma 400 fi kuma 96 fi 971 ijaaruun jiraattootaaf dabarseera jedhe. Fedhii bu’uuraa jiraattotaa fi rakkoo mana jireenyaa ariifachiisaa ta’e adda baasuun, yaada jijjiirama haaraa…
Paastariin Ameerikaa, isteeta Ohaayoo tokko waldaa Kiristaanaa isaa irratti haadha warraa lamaffaa fuudhe beeksisuu hordofee miidiyaa hawaasaa fi hordoftoota amanataa biratti ijoo dubbii ta'e. Kana nama ajaa'ibe biraan ammoo haati warraa isaa isheen guddoon (jalqabaa) gocha kana deeggaruu isheeti.
Sochii qaamaa erga gootanii booda saffisni dhahannaan onnee keessanii gara haala idileetti itti deebi'u waa'ee haala fayyaa keessanii waa baay'ee hima.
Finfinnee, Onkoloolessa 18, 2019(FMC)- Ijoolleen keenya biyya akka qabaataniif, naannawaan qilleensaa keenya akka hin tuqamneef qophii gahaa taasisuutu nurraa eegama jedhan Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad. Bu’uura waliigaltee Kanaan dura mootummaa Raashiyaa waliin taasifameen…
Marinas are becoming the next big draw for luxury real estate, as the global wealthy search for homes to park their ever-larger yachts.
Kenya’s first mini demographic and health survey tracks how its youngest children are developing WHO | Regional Office for Africa
The survey shows that 61 per cent of married women aged 15–49 are using at least one family planning method, compared to 63 per cent recorded in the 2022 Kenya Demographic and Health Survey.
#EtatsUnis: c'est l'accessoire tendance en ce moment dans le pays. Après avoir voté pour les #Midterms, les Américains arborent fièrement un sticker montrant leur participation à ces élections de mi-mandat. Notre journaliste Valentin Cacheux est parti à la rencontre de certains d'entre eux, à…
Breast cancer: Why Kenyan women are still diagnosed too late People Daily
Fear, misinformation and barriers to diagnosis continue to undermine early detection as thousands of women face breast cancer every year. For many Kenyan women, the first warning of breast cancer is not pain, but a change they may barely notice. A lump that does not hurt, an unusual change in…
الاختلاف الكبير بين الناس في الاحتياج إلى النوم دائماً ما كان لغزاً محيراً. ونجح العلماء خلال السنوات القليلة الماضية، في تحديد العديد من العوامل الوراثية التي تلعب دوراً في هذا الاختلاف.
Study reveals why Kenyan men are reluctant to embrace HIV self-testing Daily Nation
Eritrea: Number of voluntary blood donors increasing Africa.com
Mogging, named Collins English Dictionary's word of the year, was once the preserve of the manosphere but has become part of everyday discourse.
Imagine a teenager using their pocket money not just to buy snacks or airtime, but to save, buy shares and start building an investment portfolio. Rather than waiting until they secure their first job to learn about investing, young people could begin understanding how financial markets work while…
The best pizza is in Croatia, and the best ćevapi in Somalia NewsBar
Questembert. Musique, découvertes et solidarité au Festival des P'tits Bouts Djib: pensez à réserver Les Infos du Pays Gallo
Hay'adda SARIS oo bayaan ka soo saartay Adeegsiga Hormoonnada Bisleeya dalagyada Somali National News Agency
Les hommes racontent des histoires de fantômes depuis des milliers d'années, et les progrès scientifiques n'y ont rien changé.
Kenya eyes 16.8pc growth in UK tourist numbers The Star, Kenya
تحوّل حفل زفاف نجم تيك توك باكستاني إلى مأساة، بعدما أسفر تدافع آلاف الحاضرين طمعا في الجوائز والهدايا عن مقتل شخصين وإصابة 18 آخرين.
Girls from poorer households remain more affected than those from wealthier families, according to the 2025/26 Kenya Mini Demographic and Health Survey. The post Teenage pregnancies decline to 11.9pc, but poverty gap persists – Survey appeared first on KBC Digital.
Sports Direct enters Africa via Kenya in Hudson Group link FashionNetwork France
Sports Direct enters Africa via Kenya in Hudson Group link FashionNetwork - The World's Fashion Business News
بعد انفصاله عن زوجته، انطلق البريطاني كارل بوشبي في رحلة مشيا حول العالم استمرت 28 عاما، قطع خلالها نحو 50 ألف كيلومتر عبر ٤ قارات و30 دولة، قبل أن يعود إلى منزله ويلتقي والدته في مشهد مؤثر.
أقراص "ويغوفي" المضادة للسمنة تصل إلى فرنسا بعد أن كان تسويقها منحصرا في بلدان كالولايات المتحدة وألمانيا والمملكة المتحدة. فماذا تعني هذه الخطوة؟ وما حجم السمنة في فرنسا؟
Kobo, a town in North Wollo, is widely known for the beautiful and attractive teeth of its inhabitants, particularly its young women. There is even a humorous local anecdote about this reputation. It is said that a man, upon seeing a woman smile, remarked, despite not particularly liking the way…
Young women's economic empowerment: What BLOOM dialogues in Tanzania and Somaliland are teaching us World Vision Canada
ASK Foundation, German doctors launch free cleft surgery for 20 children in Juba Eye Radio
The US company was named after the Greek goddess of victory, so the Dar al-Ifta said displaying its logo was unIslamic.
As the co-founder of the ADIRA Drag Festival, Lebanese performance artist, drag performer, DJ and cultural organizer Hassandra has become an essential part of Berlin's queer artistic landscape.
While parental intervention may be driven by good intentions, it can complicate recruitment and...
While many opt for a lump-sum payout, some channel their retirement benefits into businesses...
The slang word has become popular among members of Generations Z and Alpha - both online and in everyday conversation.
فاجأ عمدة نيويورك زهران ممداني سكان المدينة بإطلالة جديدة بعدما تخلى عن لحيته واحتفظ بشاربه، في تغيير لفت الأنظار وأثار تفاعلا واسعا، ضمن مشاركته في حملة "موفمبر" للتوعية بصحة الرجال.
Parents cautioned against FGM during long school holidays Kenya News Agency