OBN Oromiyaa (state) – YouTube · sa’aatiiwwan 8 darban Viidiyoo
OBN:Dirree Shaampiyoonotaa tapha Chaampiyoonsi Liigii Awurooppaa Maanchister Yunaayitidiifi Roomaa (OBN Oromiyaa (state) – YouTube irratti bana) Fana – Afaan Oromoo (state-affiliated) · sa’aatiiwwan 9 darban
Ijaarsi Bakkeewwan Shaakalaa Ispoortii, Ispoortii Itiyoophiyaa Sadarkaa Olaanaatti Ceesisaa Jira – Hoggantoota Damee Ispoortii (Fana – Afaan Oromoo (state-affiliated) irratti bana) Finfinnee, Onkoloolessa 24, 2019 (FMC) – Ijaarsi bakkeewwan shaakalaa ispoortii qindaa’oo Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jiruu ispoortii Itiyoophiyaa sadarkaa olaanaatti ceesisaa jira jedhan hoggantoonni damee ispoortii. Pirezidaantiin Federeeshinii Atileetiksii Itiyoophiyaa Komaandar Atileet…
OBN Oromiyaa (state) – YouTube · sa’aatiiwwan 9 darban Viidiyoo
Dirree Shaampiyoonotaa | Manchester United Vs Roma (OBN Oromiyaa (state) – YouTube irratti bana) OBN Oromiyaa (state) – YouTube · sa’aatiiwwan 10 darban Viidiyoo
Maanchister Yunaayitid moo Roomaa? (OBN Oromiyaa (state) – YouTube irratti bana) Fana – Afaan Oromoo (state-affiliated) · sa’aatiiwwan 16 darban
Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 4ffaan har’aa eegaluun taphatamu (Fana – Afaan Oromoo (state-affiliated) irratti bana) Finfinnee, Onkololeessa 24, 2019 (FMC) – Taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 4ffaa har’a taphatamaniin morkiin Atileetikoo Maadriid – Baayerni Muunik, Baarseloonaan ammoo Astoon Viilaa waliin taasisan ni eegamu. Har’a galgala sa’aatii 2:45 eegalee Gaalaataasaraay – Istuugaarti,…
BBC – Afaan Oromo · sa’aatiiwwan 17 darban
Arsenal Amajjitti Kiruuppii fudhachuu barbaaduu fi oduu jijjiirraa biroo (BBC – Afaan Oromo irratti bana) Shaampiyoonaa Piriimer Liigii Ingilaand, Arsenaal, jijjiirraa taphattootaa Amajji dhufu keessa banamuun sarara fuula duraa (sarara jifannaa) isaa jabeeffachuu barbaada.
OBN Oromiyaa (state) – YouTube · kaleessa Viidiyoo
CBE Vs EIC highlight (OBN Oromiyaa (state) – YouTube irratti bana) Fana – Afaan Oromoo (state-affiliated) · guyyoota 2 darban
Baankii Daldala Itiyoophiyaa 1 – 3 Madin Itiyoophiyaa (Fana – Afaan Oromoo (state-affiliated) irratti bana) Finfinnee, Onkololeessa 23, 2019 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 5ffaan Madin Itiyoophiyaan Baankii Daldala Itiyoophiyaa injifateera. Tapha har’a waaree booda s’aatii 9:00 eegalee Istaadiyeemii Finfinneetti taphatameen Madin Itiyoophiyaan galchii 3 fi 1’n Baankii…
Fana – Afaan Oromoo (state-affiliated) · guyyoota 2 darban
Naatnaa’el Hagos Ispoortii Wushu’n Xumuraaf Darbe (Fana – Afaan Oromoo (state-affiliated) irratti bana) Finfinnee, Onkoloolessa 23, 2019 (FMC) – Taphoonni Olompikii Dargaggootaa bara 2026 Seeneegaal, magaalaa Daakaaritti gaggeeffamaa jiru. Dorgommiiwwan kana irratti Itiyoophiyaa bakka bu’uun kan hirmaate Naatnaa’el Hagos gara tapha xumuraatti darbeera. Naatnaa’el Hagos Itiyoophiyaa bakka bu’uun…
OBN Oromiyaa (state) – YouTube · guyyoota 2 darban Viidiyoo
CBE Ethiopian Premier League || CBE Vs Ethiopian Insurance (OBN Oromiyaa (state) – YouTube irratti bana) BBC – Afaan Oromo · guyyoota 2 darban
Arsenaal waggaa 14 booda yeroo jalqabaaf Liiverpuuliin dirreesaarratti injifachuurratti waan jedhame (BBC – Afaan Oromo irratti bana) Arsenaal tapha Priimer Liigii torban 9ffaa gara dirree Liiverpuul deemee goolii Kaay Haavertiz lakkoofsiseen mo'atee deebiyeera. Amma Ze Gaanars qabxii sadiin Maanchester Siitii caalee Liigicha qabxii 24'n dursaa jira.
OBN Oromiyaa (state) – YouTube · guyyoota 2 darban Viidiyoo
Tapha Buna Sidaamaa fi Kilaba Machaa gidduutti taasifame #hightlight #premierleague #ethiopia (OBN Oromiyaa (state) – YouTube irratti bana) OBN Oromiyaa (state) – YouTube · guyyoota 2 darban Viidiyoo
CBE Ethiopian Premier League || Sidama Coffee VS Mechal (OBN Oromiyaa (state) – YouTube irratti bana) OBN Oromiyaa (state) – YouTube · guyyoota 3 darban Viidiyoo
CBE Ethiopian Premier League || Ethio Electric Vs Saint George on OBN Cyber Media. (OBN Oromiyaa (state) – YouTube irratti bana) Fana – Afaan Oromoo (state-affiliated) · guyyoota 3 darban
Arseenaal dursummaa Liigichaa fudhachuuf… (Fana – Afaan Oromoo (state-affiliated) irratti bana) Finfinnee, Onkololeessa 22, 2019 (FMC)- Sagantaa Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 9ffaan har’a taphi Liiverpuul Arseenaal waliin taasisan xiyyeeffannoo argateera. Haaluma kanaan har’a galgala Sa’aatii 1:30 irratti Liiverpuul dirree isaa irratti Arseenaal ni keessummeessa. Taphoota lama walitti…
Fana – Afaan Oromoo (state-affiliated) · guyyoota 3 darban
Maanchiister Siitii 0 –1 Biraayitan (Fana – Afaan Oromoo (state-affiliated) irratti bana) Finfinnee, Onkololeessa 21, 2019 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi sagantaa torbee 9ffaan Biraayitan Maanchiister Siitii injifate. Tapha galgala kana sa’aatii 12:00 eegalee taphatameen Biraayitan galchii 1 fi 0’n Maanchiister Siitii injifateera. Maanchiister Siitiin torbee darbes Astoon…
OBN Oromiyaa (state) – YouTube · guyyoota 3 darban Viidiyoo
Cuunfaa Tapha Itiyoo- Elektrikii fi Adaamaa #football highlights Ethio-electric vs Adama (OBN Oromiyaa (state) – YouTube irratti bana) OBN Oromiyaa (state) – YouTube · guyyoota 3 darban Viidiyoo
Cuunfaa tapha Bahaardaar fi Faasil #football Highlights Bahirdar vs Fasel (OBN Oromiyaa (state) – YouTube irratti bana) Fana – Afaan Oromoo (state-affiliated) · guyyoota 3 darban
Cheelsiin Maanchiister Yuunaayitiid injifate (Fana – Afaan Oromoo (state-affiliated) irratti bana) Finfinnee, Onkololeessa 21, 2019 (FMC) –Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 9ffaan Cheelsiin Maanchiister Yuunaayitiid injifateera. Cheelsiin galchii 2 fi 0’n Maanchiister Yuunaayitiid injifate.
OBN Oromiyaa (state) – YouTube · guyyoota 4 darban Viidiyoo
CBE Ethiopian Premier League || Fasil Kenema Vs Bahirdar City (OBN Oromiyaa (state) – YouTube irratti bana) OBN Oromiyaa (state) – YouTube · guyyoota 4 darban Viidiyoo
CBE Ethiopian Premier League || Ethiopian Coffee Vs Adama City (OBN Oromiyaa (state) – YouTube irratti bana) OBN Oromiyaa (state) – YouTube · guyyoota 4 darban Viidiyoo
Match highlights Sheger City vs Negelle Arsi || Cuunfaa Taphaa Shaggariifi Nageellee Arsii (OBN Oromiyaa (state) – YouTube irratti bana) OBN Oromiyaa (state) – YouTube · guyyoota 4 darban Viidiyoo
Match highlights Halaba city vs Hadiya Hosana || Cuunfaa Taphaa Halaabaafi Hadiyyaa Hosaanaa (OBN Oromiyaa (state) – YouTube irratti bana) Fana – Afaan Oromoo (state-affiliated) · guyyoota 5 darban
Shaggar 1 – 2 Nageellee Arsii (Fana – Afaan Oromoo (state-affiliated) irratti bana) Finfinnee, Onkololeessa 20, 2019 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 5ffaan morkiin darbii Oromiyaa olaantummaa Nageellee Arsiin xumurameera. Tapha har’a waaree booda sa’aatii 9:00 eegalee Istaadiyeemii Yuunivarsiitii Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaatti taphatameen…
OBN Oromiyaa (state) – YouTube · guyyoota 5 darban Viidiyoo
CBE_Piriimiyeer Liigii Itiyoophiyaa || Shaggar City Vs Negelle Arsi (OBN Oromiyaa (state) – YouTube irratti bana) Fana – Afaan Oromoo (state-affiliated) · guyyoota 5 darban
Kiristiyaanoo Roonaaldoo – Galma Galchiiwwan 1000 (Fana – Afaan Oromoo (state-affiliated) irratti bana) Finfinnee, Onkoloolessa 20, 2019 (FMC) – Taphataan beekamaan lammii Poortugaal, Kiristiyaanoo Roonaaldoon, galchiiwwan oomishuu ammas itti fufeera. Taphataa cimaa Badhaasa Baaloon D’or yeroo hundaa jedhamee kan filatame Kiristiyaanoo Roonaaldoon, dirree kubbaa miilaa irratti seenaa haaraa…
Fana – Afaan Oromoo (state-affiliated) · guyyoota 5 darban
Morkii darbii Oromiyaa Shaggarii fi Nageellee Arsii gidduutti gaggeeffamu (Fana – Afaan Oromoo (state-affiliated) irratti bana) Finfinnee, Onkololeessa 20, 2019 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 5ffaan morkiin Shaggarii fi Nageellee Arsii gidduutti gaggeeffamu ni eegama. Har’a waaree booda sa’aatii 9:00 eegalee Kilabni Magaalaa Shaggar Istaadiyeemii Yuunivarsiitii Saayinsii fi Teeknooloojii…
OBN Oromiyaa (state) – YouTube · guyyoota 5 darban Viidiyoo
CBE_Piriimiyeer_Liigii_Itiyoophiyaa || Torbee 5ffaan Faasiil Vs Bahaardaar (OBN Oromiyaa (state) – YouTube irratti bana) OBN Oromiyaa (state) – YouTube · guyyoota 6 darban Viidiyoo
Ispoortii || 'CBE' Piriimiyeer Liigii Itiyoophiyaa (OBN Oromiyaa (state) – YouTube irratti bana) NBC News · daqiiqaawwan 42 darban
Keisha Lance Bottoms wins the Georgia governor’s race, flipping the office for Democrats (NBC News irratti bana) Keisha Lance Bottoms wins the Georgia governor’s race, flipping the office for Democrats NBC News Georgia elects the nation’s first Black female governor NPR LIVE: Bottoms vs Jackson | Election results for Georgia Governor 2026 FOX 5 Atlanta Billionaire Rick Jackson, Atlanta ex-Mayor Keisha Lance…
UA.NEWS · sa’aatiiwwan 2 darban
Kenya defeats Australia 17:12 to win Youth Olympic Games gold — Nation Kenya (UA.NEWS irratti bana) Kenya defeats Australia 17:12 to win Youth Olympic Games gold — Nation Kenya UA.NEWS
Al Jazeera English – YouTube · sa’aatiiwwan 3 darban Viidiyoo
لاعبو ريال مدريد يقفون دقيقة صمت حدادا على "خيسوس دي ميغيل" (Al Jazeera English – YouTube irratti bana) France 24 (French) · sa’aatiiwwan 4 darban
JOJ Dakar 2026: L’or pour le Kenya, une première olympique pour l’Afrique en rugby à 7 (France 24 (French) irratti bana) 🥇 🇰🇪 Les Kényanes ont remporté le tournoi féminin de rugby à 7 en s’imposant face à l’Australie (17-12). Une première pour une nation africaine dans une compétition olympique. Une victoire historique dans la première édition des JO organisée sur le sol africain.
France 24 English – YouTube · sa’aatiiwwan 4 darban Viidiyoo
JOJ Dakar 2026: L’or pour le Kenya, une première olympique pour l’Afrique en rugby à 7 (France 24 English – YouTube irratti bana) France 24 (French) · sa’aatiiwwan 4 darban
Ligue des champions: le PSG en démonstration, Manchester United renversant (France 24 (French) irratti bana) Les Parisiens, doubles tenants du titre, ont plié leur match de mardi en Ligue des champions face à Villareal en moins de huit minutes avec quatre buts de quatre joueurs différents, et restent seuls en tête. Manchester United s’est imposé 3-2 grâce à un doublé de Cunha, tandis que le Barça et le…
France 24 (French) · sa’aatiiwwan 4 darban
Ligue des champions: Paris en démonstration, Manchester United renversant (France 24 (French) irratti bana) Toujours aussi impressionnant, le PSG a encore frappé fort en écrasant Villarreal mardi lors de la 4e journée de Ligue des champions, où Manchester United s'est offert un peu d'air grâce à un succès renversant contre la Roma.
Al Jazeera – All News · sa’aatiiwwan 4 darban
Raphinha, Lamal fire Barcelona to 3-0 Champions League win over Aston Villa (Al Jazeera – All News irratti bana) Barca took early lead through Lamine Yamal before Raphinha continued fine goal-scoring form with a second-half brace.
Al Jazeera English – YouTube · sa’aatiiwwan 5 darban Viidiyoo
نادي تينيريفي الإسباني يكرم لاعبه المتوفى خيسوس دي ميغيل ألاميدا (Al Jazeera English – YouTube irratti bana) Olympics · sa’aatiiwwan 5 darban
Dakar 2026: Liu Lili at the double as Kenya win surprise rugby sevens gold – Day 3 recap (Olympics irratti bana) Dakar 2026: Liu Lili at the double as Kenya win surprise rugby sevens gold – Day 3 recap Olympics
News.com.au · sa’aatiiwwan 6 darban
Kenya upsets Australia in Rugby sevens whilst New Zealand gets gold in swimming (News.com.au irratti bana) Kenya upsets Australia in Rugby sevens whilst New Zealand gets gold in swimming News.com.au
www.olympics.com · sa’aatiiwwan 6 darban
Kenya shock Australia to win rugby sevens gold with late-game heroics (www.olympics.com irratti bana) Kenya shock Australia to win rugby sevens gold with late-game heroics www.olympics.com
Citizen TV Kenya – YouTube · sa’aatiiwwan 7 darban Viidiyoo
Kenya misses Baseball5 podium as swimmers exit Youth Olympics (Citizen TV Kenya – YouTube irratti bana) Citizen TV Kenya – YouTube · sa’aatiiwwan 7 darban Viidiyoo
Kenya women’s rugby team clinches historic Youth Olympic gold (Citizen TV Kenya – YouTube irratti bana) Nation (Kenya) · sa’aatiiwwan 7 darban
Kenya’s Rising Lionesses roar to historic Olympic gold (Nation (Kenya) irratti bana) Kenyan girls stun Australia 17-12 in the sevens rugby final in Dakar, Senegal.
Daily Nation · sa’aatiiwwan 7 darban
Kenya’s Rising Lionesses roar to historic Olympic gold (Daily Nation irratti bana) Kenya’s Rising Lionesses roar to historic Olympic gold Daily Nation
Al Jazeera (Arabic) · sa’aatiiwwan 7 darban
دوري أبطال أوروبا.. برشلونة وسان جيرمان يكتسحان وبايرن يهزم أتلتيكو ومانشستر يونايتد يقلب الطاولة على روما (Al Jazeera (Arabic) irratti bana) أهداف غزيرة وريمونتادا وإثارة كبيرة ميزت الجولة الرابعة من دور المجموعات في دوري أبطال أوروبا، حيث كان عمالقة أوروبا على موعد مع الفوز.
www.olympics.com · sa’aatiiwwan 7 darban
Australia vs Kenya | Women's rugby sevens gold medal final | Dakar 2026 (www.olympics.com irratti bana) Australia vs Kenya | Women's rugby sevens gold medal final | Dakar 2026 www.olympics.com
France 24 (French) · sa’aatiiwwan 7 darban
JOJ Dakar 2026: Comment circuler dans la capitale sénégalaise? (France 24 (French) irratti bana) 🚦 À Dakar, les JOJ 2026 mettent la mobilité urbaine au défi. Entre transports publics, circulation et dispositifs spéciaux, comment se déplacer dans la capitale sénégalaise pendant les Jeux? Un reportage de Alexandrine Holognon.
France 24 English – YouTube · sa’aatiiwwan 7 darban Viidiyoo
JOJ Dakar 2026: Comment circuler dans la capitale sénégalaise? • FRANCE 24 (France 24 English – YouTube irratti bana) Abbay TV – YouTube · sa’aatiiwwan 7 darban Viidiyoo
🔥 አንድ ሀገር ፣ አንድ ሻምፒዮን ፣ አንድ የድል ጉዞ! Abbay TV - ዓባይ ቲቪ - Ethiopia (Abbay TV – YouTube irratti bana) Al Jazeera (Arabic) · sa’aatiiwwan 7 darban
جماهير غلطة سراي تواصل دعم فلسطين برسائل قوية في دوري الأبطال (Al Jazeera (Arabic) irratti bana) رفعت جماهير غلطة سراي التركي لافتات داعمة لفلسطين خلال مواجهة شتوتغارت في دوري أبطال أوروبا، طالبت فيها بحرية القدس وزوال الصهيونية، ونددت بمعاناة الفلسطينيين في غزة.
The Globe and Mail – World · sa’aatiiwwan 8 darban
Woman collapses, dies while running New York City Marathon (The Globe and Mail – World irratti bana) Rachel Apa, 24, suffered from rhabdomyolysis, a rare condition in which muscles can break down during exertion and poison the body, her father says
HSBC SVNS Series · sa’aatiiwwan 8 darban
Youth Olympic Games: Golden-point winner starts Kenya celebrations in Dakar (HSBC SVNS Series irratti bana) Youth Olympic Games: Golden-point winner starts Kenya celebrations in Dakar HSBC SVNS Series
Citizen Digital · sa’aatiiwwan 8 darban
Nairobi court declines to fast-track petition challenging use of public funds in Bayern Munich vs Ajax match (Citizen Digital irratti bana) Nairobi court declines to fast-track petition challenging use of public funds in Bayern Munich vs Ajax match Citizen Digital
Al Jazeera (Arabic) · sa’aatiiwwan 8 darban
فيفا يختبر 3 قواعد جديدة قد تغيّر شكل كرة القدم (Al Jazeera (Arabic) irratti bana) تتجه أنظار الاتحاد الدولي لكرة القدم إلى تجربة مجموعة من الأفكار الجديدة لتغيير شكل المباريات، بعدما اختبرها فيفا في بطولة للناشئين بأذربيجان بهدف تسريع اللعب وتطوير المواهب.
Capital FM (Kenya) · sa’aatiiwwan 8 darban
Brave Rising Lionesses make history with maiden Rugby 7s Youth Olympic Gold (Capital FM (Kenya) irratti bana) NAIROBI, Kenya, Nov 3 – Kenya’s national women’s junior rugby sevens team, the Rising Lionesses, made history on Tuesday after clinching a maiden gold medal at the 2026 Youth Olympic…
World Rugby · sa’aatiiwwan 8 darban
Youth Olympic Games: Golden-point winner starts Kenya celebrations in Dakar (World Rugby irratti bana) Youth Olympic Games: Golden-point winner starts Kenya celebrations in Dakar World Rugby
Al Jazeera (Arabic) · sa’aatiiwwan 8 darban
بالفيديو.. كامافينغا بطل مشهد مضحك في مؤتمر ريال مدريد (Al Jazeera (Arabic) irratti bana) حل ريال مدريد ضيفاً على أيك أثينا اليوناني في الجولة الرابعة لحساب مرحلة الدوري في مسابقة دوري أبطال أوروبا.
Al Jazeera (Arabic) · sa’aatiiwwan 8 darban
لفتة وفاء.. بغداد بونجاح يرد الجميل لمن صنع بداياته (Al Jazeera (Arabic) irratti bana) كثيرة هي مواقف الوفاء التي يخلّدها التاريخ للاعبين سابقين ومدربين، خاصة تلك التي ترتبط بالأحياء التي عاشوا فيها والفرق التي انطلقوا منها.
Al Jazeera (Arabic) · sa’aatiiwwan 8 darban
في 16 دقيقة.. سان جيرمان يحطم رقما قياسيا في دوري أبطال أوروبا (Al Jazeera (Arabic) irratti bana) احتاج باريس سان جيرمان إلى 16 دقيقة لكتابة اسمه بأحرف من ذهب في تاريخ دوري أبطال أوروبا لكرة القدم.
Mata-dureewwanii fi ciziinsi gaggabaaboon gara maxxansitoota jalqabaatti geessu. AddisGazette qabiyyee alaa kana hin qopheessu, hin gulaalu.