Mata-dureewwan haaraa Itoophiyaa fi Gaanfa Afrikaa irratti dhaabbilee oduu biroo irraa. Oduun hundi marsariitii maxxansaa jalqabaa irratti bana.
Afaanota hunda agarsiisiIddoo irraa waa bittan qalbifachuu qabdu. Amma waliindhaha Hubannoo namtolcheetiin deeggarameen yakki hojjetamaa waan jiruuf daldaltootaaf akeekkachiifni kennamaa jira.
Waggoota 90 dura Sadaasa 2,1936 BBC Televizhin tamsaasa yemmu eegalutti televizhiiniin meeshaa elektirooniksii akkaan qaalii ture. Kana malees, uwwisni dambalii televizhiinichaas xiqqaa ture.
Finfinnee, Onkoloolessa 23, 2019 (FMC) – Dameen Aviyeeshinii dhimma guddina diinagdee qofa osoo hin taane, dhimma tarsiimawaa kallattiin nageenya biyyaalessaa waliin walqabatudha jedhan Itti Aanaan Daayirektara Jeneraalaa Tajaajila Odeeffannoo fi Nageenya Biyyaalessaa Dooktar Sisaay Tolaa.…
Finfinnee, Onkoloolessa 23, 2019 (FMC) – Kooriyaan Kibbaa misooma teeknooloojii hubannoo namtolchee deeggaruuf baajata Doolaara biiliyoona 15.6 ramaduun gabaafame. Hubannoo namtolcheen bu’uura ijoo dorgommii dinagdee addunyaa gara fuulduraa ta’aa dhufuu hordofee, biyyoonni hedduun bu’uuraalee…
Hubannoon namtolchee (AI) sadarkaa guddinaa har'a irra gaherra akka gahuuf shoora ijoo jedhamu kan qaban wiirtuuwwan daataati.
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2019 (FMC) – Itiyoophiyaan yakkoota daangaa ce’aa ittisuuf teeknooloojii walitti hidhamiinsa imaltootaa idil-addunyaa hojiirra oolchuuufi jedhan Komishinarri Jeneraalaa Ajaja Waliigalaa Poolisii Federaalaa Dammallaash Gabramikaa’eel. Barri yakkoonni idil-addunyaa…
Finfinnee, Onkoloolessa 21,2019(FMC)- Ministirri Muummee Ittaanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan Itiyoophiyaatti Hojii Raawwachiisaa Olaanaa Huwaawee Eeriik Yuwaan waliin mari’ataniiru. Obbo Tamasgeen Xurunaa ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, Itiyoophiyaatti Hojii Raawwachiisaa Olaanaa…
Finfinnee, Onkoloolessa 21,2019(FMC)- Tajaajilli Elektirikaa Itiyoophiyaa magaalota 6 keessatti buufataalee chaarjessa konkolaattota elektirikaa 11 guyyaa har’aa hojii eegalchiiseera. Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Tajaajilichaa Injinar Geetuu Garramoo wayita kana, tokkoon tokkoo buufataalee kunneen…
Dhaabbileen dhimma maallaqa dijitaalaa ykn kiripto karaansii hordofan lama akka jedhanitti, gareen hattoota Kooriyaa Kaabaa iccitii dhaabbata maallaqa dijitaalaa guddaa addunyaa Baayinaansi jedhamu cabsuun doolara Ameerikaa biliyoona 6.3 hatuun odeeffannoo akeeku qabna jedhan.
Finfinnee, Onkoloolessa 20,2019(FMC)- Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa Appilikeeshinii haaraa qajeeltoowwan Shariyaa waliin walsimu “Michuu-Miizaan” ifoomseera. Tajaajilli kun toora tajaajila baankii dhalarraa bilisaa baankichaa Koopbaank Alhudaa jalatti kan kennamu yoo ta’u, xiinxala odeeffannoo…
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2019 (FMC) –Itiyoophiyaan guddina hundagaleessa milkeessuuf tarkaanfilee tarsiima’aa garaagaraa fudhataa jirti. Tarkaanfilee kanneen keessa eenyummeessaan dijitaalaa isa tokkoodha. Waraqaan eenyummeessaa ‘Faayidaan’ qajeeltoo “namni tokko tokkichuma” jedhuun hojii…
Qaama walabaan mirkanaa'uudhaas baatu himannaawwan hidhattoonni al-Shabaabillee walitti bu'iinsa kana keessatti hirmaachuullee X gubbaa qoodamaa turan.
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2019 (FMC) – Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Itiyoophiyaa Televizhinii Tigraay dhorkamee ture moggasa haaraan eeyyama kennuufi beeksiseera. Abbaan Taayitichaa, eeyyama tajaajila tamsaasaa dhaabbata duraan Ejensii Miidiyaa Tigraay jedhamee beekamu, guyyaa har’aa moggasa…
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2019 (FMC) – Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa bara baajataa 2025/26 haleellaa Saayibarii kuma 14 ol ittise jedhe. Haleellaa saayibarii gara kuma 14, akkasumas yaalii gowwoomsaa interneetii miiliyoona 2 ta’an ittisuu Pireezidaantiin Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa Abbee…
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2019 (FMC) – Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa nageenya saayibarii mirkaneessuuf teeknoolojiiwwan haaraa hojiirra oolchaa jira jedhan Pireezidaantiin baankichaa Obbo Abbee Saannoon. Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa Yaa’ii Hubannoo Uumuu Nageenya Saayibarii 3ffaa gaggeessaa…
Finfinnee, Onkoloolessa 18, 2019 (FMC) — Itiyoophiyaan Afrikaa keessaa teeknooloojii fooyya’aa hidhachuu dandeesseetti jedhan Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad. Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad, Itiyoophiyaan xiyyaarota waraanaa Suu-35 jalqabaa Raashiyaa irraa yeroo fudhattu ergaa…
Workers said OpenAI's controls were so lax that outsiders could obtain sensitive information about the AI lab's technology with relative ease.
Alphabet, whose Chromebooks are the most widely used laptops in U.S. classrooms, faces growing resistance to AI from parents and school districts.
After elected officials voiced outrage over Google turning off search at schools that ban AI, the company said search can be turned back on with AI Overviews.
There have been voting machine scanner failures at polling sites 50 km north of New York City
The aim is to detect hard-to-diagnose abdominal cancers, including liver, ovarian and pancreatic cancer, much sooner.
Cramer said a new group of technology stocks may be emerging as market leaders.
"Enabling agents to work safely is a massive market opportunity for CrowdStrike," CrowdStrike CEO George Kurtz told CNBC's Jim Cramer.
The crypto exchange has said that it will bear the financial cost but the exchange paused withdrawals for almost two days after the incident.
One in four Kenyan women has experienced online abuse, KNBS survey reveals Capital FM Africa
The findings by the Kenya National Bureau of Statistics highlight the growing threat of digital harassment targeting women through social media, messaging platforms and other forms of technology.
Rivian-Backed Also Steps Away From Kenya Electric Motorcycle Project www.tokenpost.com
Access to Google search, AI features will be automatically turned off for K-12 students until schools turn them on
Safaricom has explained how customers experiencing poor network coverage can report connectivity problems to the telecommunications company for investigation and possible resolution. In a response to a complaint by a resident of Masare, Sotik Sub-County, Bomet County, the company advised customers…
Factorial partners with Glovo Kenya to pitch AI tools for payroll and hiring Techish Kenya
AMD reported better-than-expected third-quarter results, driven by booming sales of AI chips
‘All three US crew members had the privilege of voting from space station,’ says NASA astronaut Anil Menon
NASA astronaut Anil Menon demonstrated on social media how he cast his ballot for Harris County in Texas, from space.
In today’s digital economy, the most valuable asset in many transactions is data.
AMD has been crushed into earnings. Here’s one way to trade it
Lessons from the $6.3 billion Binance hack could help shape the next phase of the crypto infrastructure trade.
Apple’s annual filing warns that AI agents could exceed permissions, resist instructions or take actions that are difficult to reverse.
Legal opinion says publishers' rights may be infringed when Gemini reproduces news articles in ways that make accessing original publications unnecessary
دراسة دولية ترصد تدهوراً بيئياً متصاعداً حول مخيمات اللاجئين بالسودان سودان تربيون
CrowdStrike launched an AI kill switch that the company says can stop internal agents, block relaunches and cut enterprise network access.
Ethiopian Rebels Deploy Drones Africa Defense Forum
SK Hynix's New York chip plans hit snag over US restrictions on China, sources say Reuters
Binance has replenished 98% of $6.34 billion in affected assets, according to a security report the crypto exchange issued Tuesday.
Meta is aiming to raise between $20 billion and $25 billion in a bond sale as the company ramps up spending on infrastructure and AI models and services.
الاختلاف الكبير بين الناس في الاحتياج إلى النوم دائماً ما كان لغزاً محيراً. ونجح العلماء خلال السنوات القليلة الماضية، في تحديد العديد من العوامل الوراثية التي تلعب دوراً في هذا الاختلاف.
How portable ultrasound is transforming primary care in western Kenya Devex
Local traders are increasingly using crypto to pay for imports, and Kenyans in the diaspora use...
Crypto payments in Kenya surge to a record Sh740bn Business Daily
Kenya’s National Cybersecurity Agency holds inaugural Board meeting Tech Review Africa
تعرضت عشرات المتاجر الكبرى في بلجيكا لهجوم سيبراني استهدف أنظمة التبريد، ما أدى إلى ارتفاع درجات حرارة الثلاجات ووحدات التجميد، وإتلاف كميات من الأغذية المحفوظة بها.
Rivian spinout Also walked away from Kenya electric-motorcycle pilot Mezha.net
السودان يقول إنه أسقط طائرة مسيرة من إثيوبيا، ويقدم شكوى إلى الأمم المتحدة. Al-Monitor
Kenya launches Earth Observation Innovation Laboratory at Taita Taveta University Tech Review Africa
Mata-dureewwanii fi ciziinsi gaggabaaboon gara maxxansitoota jalqabaatti geessu. AddisGazette qabiyyee alaa kana hin qopheessu, hin gulaalu.